Pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp boba'aa Venezuweelaa "misoomsuuf" dolaara biliyeena 100 akka barbaachisu kaampaaniwwan boba'aa US gaafatee jira. Haa ta'u garuu, dhaabbilee boba'aa kanneen irraa ...
Basaastotni US ji'ootaaf sochii pireezidantii Veenzuweelaa Nikolaas Maaduuroo to'achuu taasisaa turan. Gareen xiqqaa tokko kan madda mootummaa Veenzuweelaa of keessaa qabu namni ganna 63 Maaduuroon ...